Jump to content

content

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. qabiyyee, qabeentaa ===Maqibsa===

Ibsa maqaa Afaan Ingiliffaa

  1. waan argataniitti gammadanii naga'e jechuu, itti quufuu ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Barnoota) * qabiyyee, qabiyyeen mata duree ykn waanta akka barataan baratuuf sadarkaa isaa eegee akka kitaabaatti ykn moojulaatti qophaa'uu dha
  2. (Kompiyuutara) * qabeentoo, qabiyyee sirna kompiyuutaraa keessatti argamu (cell contents= qabeentoo man'ee).
  3. (Qorannoo) * qabiyyee, yaada ijoo qorannoon tokko of keessatti qabatu. mata dureewwanii fi yaada ijoo akka kan kitaabaa ykn barreeffama biroo

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'