collapse
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Gochima
[gulaali]Gochima Afaan Ingiliffaa
- jiguu, kufuu, barbadaa'uu ===Gochima===
Gochima Afaan Ingiliffaa
- (Seenaa) * jiguu, haala kufatii ykn jiraachuu dhabuu waan tokkoo agarsiisa. Rakkoon beelaa bara 1974 sirna bulchiinsa mootii Haayila Sillaasee akka jiguuf sababa battalaa ta'eera