cloud computing
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- (Kompiyuutara) * duumessa dalagduu, hujeeffannoo tajaajila faayila kennuuf akkasumas dalagaa adda addaa kan faayila irratti raawwatamu kan mijeessu dha. Dalagaan kunneen kan faayila irraatti raawwatamu maashinii keenya irraatti osoo hin taane kompiyuuteroota serverii irratti ykn kanneen qaamaan nu bira hin jirre irratti dha.