base
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- hundee, bu'uura, madda
- qubsuma (Kan waraanaa fi kkf)
- beezii (keemistirii) ===Maqibsa===
Ibsa maqaa Afaan Ingiliffaa
- kabajaa maleessa, Salphoo ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Keemistirii) * beezii, kompaawundii hadhaa'aa yommuu bishaan keessatti bulbulaman ayoonii haayidirooksaayidii (OH-) uumanii dha.
- (Seenaa) * bu'ura, bakka itti karoorri jalqabbii fi raawwiin dhimma tokkoo itti geggeeffamu 2.bakka ykn iddoo hojii fi jireenya humna waraanaa walitti qabama yaadaa fi dhugaa milkaa'inni argate ta'e kan waa irraa dagaaguu (guddachuu) danda'u. Gabaasni kun akkata itti sirna ittisa fayyaa keenyaa ijaarrannuuf bu'ura nuuf ta'a
- (Seer-luuga) * bu'uura, qaama jechaa dhamjecha uumtees dhamjecha hortees maxxanfachuu danda'udha